Channel
▶️Chaanaalii kana irratti Odeeffannoo Cheelsiin walqabatan kanneen akka:- 🔷️Jijjiirraa taphattoota Cheelsii 🔷️Seenaa taphattoota Cheelsii 🔷️Tapha Kallattiidhaan 🔷️kanneen biroos PRIDE OF LONDON 🔵 🙎♂️: @cnkunku18
Updated: 2026-08-24
🚨🔵 Seenaa addaa Anaahor fi Cheelsii irratti bal'inaan. Haasaan jalqabaa Atalantaa fi kaampii taphattootaa waliin kan taasifame yoo ta’u, Cheelsiin Honest akka dandeettii egeree t…
🚨🔵 Excl: Cheelsiin/BlueCo taphataa sarara ittisaa lammii Xaaliyaanii ganna 18 versatile ta'e Honest Ahanor akka invastimantii gara fuula duraatti ta'uu danda'u hordofaa jiru. Dan…
🚨🔵 Deelaap sa'aatii itti aanan keessatti Nottingham Forest mallatteessuu danda'a. Waliigaltee ergisaa ta'a. Nottingham Liam Delap’f baay’ee cimanii dhufaa jiru, waliigaltee kana …
OFFICIAL: Omari Kellyman waliigaltee dhaabbataatiin RC Strasbourg tti makameera. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @OROCHELSEA @OROCHELSEA
🚨🔵 Maartiin Zubimendi irratti Arteetaan duraanuu kilabicha keessa akka turu dubbateera. Cheelsii fi Zubimendi gidduutti walitti dhufeenyi kan ture yoo ta’u, Xaabii Aloonsoo fi Zu…
🚨🔵 Man City Enzo Fernandez'f BAAY'EE JABAATEE dhufaa jira. Duraanis haala dhuunfaatiin taphaticha irraa ibsaa magariisa argataniiru. Cheelsiin Enzoo Fernandez kan gurguru yoo maa…
🚨🔵 EXCL: Man City fi Cheelsiin jijjiirraa Enzo Fernandez irratti marii eegalaniiru. Xaabii Aloonsoo jijjiirraan kun ta'uuf carraa guddaan akka jiru ni beeka. 🔗 Gaston Edul - TyC…
Media post
How AvaTrade runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
How Exness runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
How FP Markets runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
How IC Markets runs sponsored Telegram campaigns in 2026 — creative formats, regional strategy, and what the tgadsspy archive reveals about this forex broker.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.